lgziyoo” erga jettee b0oda, kadhaa hafe Afaan Oromoon itti aansiti.>Boorantichi waggaatti al tokko jil’a Caamsaa keessa kan kabajamu yoo ta’u,hoolaan qalamee, farsoofi daabboon qophaa’ee muka guddaa (adbaarii) jalattiwalitti gabamnee akaakayyuun kiyya uumaa kadhata. Dhangaa qophaa’ehundarraa mataa fuudhee erga dhibaafateen booda, daabboo “basma’aab”
jedhee mure gurtaoro Business part 1
jedhee muree raabsa. Wanti hanga ammaana ajaa’ibu tokko guyyaa Boorantichaaloon ganama foonaa keessaa gadi lakkifamanii gara kaloo bobba’anii dheedu.Garuu akka dur tikseen hin tiksitu. Mooraa baasanii raasaatti bobbaasaniiofi gara adbaariitti deebi’u. Aduun hooitee, sagantichaaf maatiin erga walittiqabamee booda, loon ofumaan raasaa ya’anii dhufanii naannoo gaaddis adbaarii
Marsanii ciisu gurtaoro Business part 1
marsanii ciisu. Loon sun osoo namni hin oofin akkamiin dhufuu akka danda’anakaakayyuu kiyya yoon gaafadhu, “ayyaana Boorantichaatu harkisee fide” naanjedha ture.Ayyaana Kiristaanaa yeroo kabajanis Waaqeffannaa ganamaatiin wal makuuhin lakkisne. Fakkeenyaaf Gubaa, Masqalaafi Irreecha walumatti kabaju ture.Gaafa ayyaana waggaa (nigsii) Gabreelii hoolaa diimaa buhaa (fuulli adi) gaafaMaariyaamif immoo hoolaa gurraacha buhaa qalama. Goorgisiin ammo0akkuma gaafa Cuuphaa sangaan qalamee bifa ho’aan kabajama.º Sababniisaas Goorgisiin bataskaana Gammachuu Bulliifi hiriyyoonni isaa hojjachiisanwaan ta’eef natti fakkaata. Kabaja ayyaanota Ortodoksii birootiif akkasumasmahaabaraaf xuwwaan manatti yeroo qophaa’u, Giyoorgisiifi ayyaana haadhaa-abbaa isaanii maqaa dhahuun kadhatama. Kodhaa (silatiin) Maariyamiifi HaadhaAbbayyitifis qixuma galfama.Adeemsi amantii ganamaa kan boodarra fudhataniin walsimsiisanii wal maddiioofuu kun firoota kiyya warra Kiristaanaa qofa osoo hin taane Muslimootabirattis baratamaa ture. Fakkeenyaaf soomaafi salaata cinaatti sirna Buna Qalaaamantaa Waaqeffannaas ni gaggeessu turan. Yeroo Buna Qalaa bunni duudaandhadhaa qulqulluu wajjiin affeelamee qoriidhaan dhihaaata. Akaakayyuun kiyyaMaammoo Tufaa dhadhaa kallacha irratti nuu dibaa, buna immoo nu gurshaanu eebbisa ture. Eebba isaa keessatti maqaa Rabbiis, Karaamaa haadhaa-abbaa isaas walitti aansee nuuf kadhata. Kadhannaan dirree Sheek Huseen5 Booda irra Oromoonni amantaa Ortoodoksii hordofan afaan isaanitin akka tajaajilamanif qabsoogodhamu kanin deeggareef keessaa sababni tokko, akkoon tiyya yeroo cubbuu isii himattu qaanii isimudatu waan beekuuf ture. ilaalama. Akaakayyoonni kiyya Arsil gahuu isaanitiin dura warri Amaaraa achi ture mana amantaahojachiisani turan. Qubattoota haaraa Salaale kana bifa loogummaa qabuufi haala kabaja isaanii tuquunkeessummeessaa waan turaniif, iddoo gahanitti erga lafa gabatanii gabeenyas horataníi booda ga garaShawaa deemuun qeesifi taatbota fidatanii, tabba ol ka’aa irratti bataskaana Goorgisii jaarsisan.7 Haati Abbayyil ayyaantuu Oromoota Salaalee biratti kabajaa guddaa qabaniidha.