Month: August 2025
lgziyoo” erga jettee b0oda, kadhaa hafe Afaan Oromoon itti aansiti.>Boorantichi waggaatti al tokko jil’a Caamsaa keessa kan kabajamu yoo ta’u,hoolaan qalamee, farsoofi daabboon qophaa’ee muka guddaa (adbaarii) jalattiwalitti gabamnee akaakayyuun kiyya uumaa kadhata. Dhangaa qophaa’ehundarraa…